Ani kan jiru ityoophiyaa keessa jiraadhaa c3ai walgahii qabna mucayyoo maqaan sii Rachel jedhamtu guruppii irratti walgahii karaa hawaasaappiitiin noo taasisaa turtee ammammoo cuftee jirti birriin keenyas nuuf hin galle akkamii nan isin quunnamuu danda'a sarvisii bitannee maallaqa isaa nuuf hin galchine akkaataani itti nu deebi'u nuf taasisaa adaraa new waa tokkon qabnu rakkataa dha hiyyeessa nuuf barbaadaa maallaqa keenya adaraa mucayyoo san lakkoofsa siis ni arguudhaaf nan danda'a akkamiinan isin quunnamuu danda'a waan hundumaa isin agarsiisuudhaaf akkamiinan danda'a adaraa ani baay'ee isaan dhiphataa jiraa maallaqaa hangaan qabu ittiin galchee amma ammoo harka duwwaa jirra waanan nyaadhu hin qabu adaraa maraachuuttan jiraa na gargaaraa adaraa nuuf laalaa isiniif erguu danda'a footoo isaa nii iskireenshootii nuuf godhee isinii arguudhaaf maallaqa waan keessatti na jalaa hafe isinii erguu daandaa adaraa ti rakkataa dha keessatti itoophiyaa keessatti baayyee ulfaataadha nuti waa tokko hin qaamni waan nyaannu iyyuu hin qaamni ho jii adaraa mee naaf laalaa sin agarsiisuu danda'a
wikilovesafrica@lists.wikimedia.org