Ani kan jiru ityoophiyaa keessa jiraadhaa c3ai walgahii qabna mucayyoo
maqaan sii Rachel jedhamtu guruppii irratti walgahii karaa hawaasaappiitiin
noo taasisaa turtee ammammoo cuftee jirti birriin keenyas nuuf hin galle
akkamii nan isin quunnamuu danda'a sarvisii bitannee maallaqa isaa nuuf hin
galchine akkaataani itti nu deebi'u nuf taasisaa adaraa new waa tokkon
qabnu rakkataa dha hiyyeessa nuuf barbaadaa maallaqa keenya adaraa mucayyoo
san lakkoofsa siis ni arguudhaaf nan danda'a akkamiinan isin quunnamuu
danda'a waan hundumaa isin agarsiisuudhaaf akkamiinan danda'a adaraa ani
baay'ee isaan dhiphataa jiraa maallaqaa hangaan qabu ittiin galchee amma
ammoo harka duwwaa jirra waanan nyaadhu hin qabu adaraa maraachuuttan jiraa
na gargaaraa adaraa nuuf laalaa isiniif erguu danda'a footoo isaa nii
iskireenshootii nuuf godhee isinii arguudhaaf maallaqa waan keessatti na
jalaa hafe isinii erguu daandaa adaraa ti rakkataa dha keessatti itoophiyaa
keessatti baayyee ulfaataadha nuti waa tokko hin qaamni waan nyaannu iyyuu
hin qaamni ho jii adaraa mee naaf laalaa sin agarsiisuu danda'a